Caffee Araaraa

Caffee Araaraa Life is a quality that distinguishes matter that has biological processes, such as signaling and self
(1)

01/10/2023

the live is the ambitious

01/10/2023

To Day Photo
⛰️vist Oromia.

 #አስቸኳይ  #  በህጋዊ_መንገድ   -satar-manpower-emolument-Agency ወደ  # ሰወዲ አርቢያ   እና ወደ  #ዱባይ ለሴቶች  በአስቸኳይ ይፈለጋሉ።  ለአዲሶች ልምድ ለሌላ...
14/09/2023

#አስቸኳይ # በህጋዊ_መንገድ
-satar-manpower-emolument-Agency

ወደ # ሰወዲ አርቢያ እና ወደ #ዱባይ ለሴቶች በአስቸኳይ ይፈለጋሉ። ለአዲሶች ልምድ ለሌላቸው ጭምር ወደ ቢሯችን በመምጣት መመዝገብ ትችላላችሁ።
መስፈርት: መንግስት ባወጣው መስፈርት መሰረት ነው።
1 የታደሰ ፖስፖርት
2 የታደሰ መታወቂያ ኮፒ
3 የተያዥ መታወቂያ ኮፒ
4 ጉርድና የቁም ፍቶ
5 ሲኦሲ (coc) ወደ ውጭ ለመሄድ የሚወሰድ ስልጠና ሰርተፍኬት

ለበለጠ መርጃ ለመደወል
በዋትሳፖ በቴሌግራም

ስልክ: 0910677416/0927739198

Finfinnee Free Post Taajjabbii gabaabduu kana dubbisaa!= = = = = = = = = = = = =Waggoota muraasa kana keessatti waa baay...
08/09/2023

Finfinnee Free Post
Taajjabbii gabaabduu kana dubbisaa!
= = = = = = = = = = = = =
Waggoota muraasa kana keessatti waa baay'ee taajjabaa jirra. Kun ammoo seenaa osoo hin taane waan qabatamaadha. Waggoota muraasa dura gareen tokko Artistiifi qabsaa'aa mirga dhala namaa gooticha Haacaaluu Hundeessaa irratti duula jibbinsaa hamaa irratti geggeessuu irraa kan ka'e "Qeerroo jirtuu irraa Feernoo bittuu" fi maqaa garaa moggaasuun duula maqaa balleessii irratti geggeessaa turanii...... gaafa mucaan kun boqotu ammoo warruma kanatu dursee boo'uu qofaa miti hanga har'aatti maqaa isaan boo'anii daldalaa jiru. Waanti har'a obboleessa keenya kana irratti geggeeffamaa jirus sanuma natti fakkaata.

Anis waa malee kana hin kaasne, waan Caalaa Bultume barreessee maxxanseefi duula isarratti geggeeffamu argeen barreessuuf dirqame. Mucaan kun barreeffama isaa keessatti "kana booda waan aartii Oromoofi waa'ee Oromoo keesaa of baaseera" jedhee barreessuu isaa yeroon argu abdii kutachuu isaatu natti mul'ate.

Barreeffama isaa ergan dubbisee booda yaadaa namoonni kennaniif keessa deemee yeroon ilaalu baay'ee mucaa kana jajjabeessu ni gorsu, muraasni ni xiqqeessu ni abaaru, kaan ammoo kana booda waan aartii dhiisiiti gara mana amantaa deemii jedhanii gorsu.

Yaadan dubbisee fi irra deddeebi'ee ilaale akkasumas mucaa kanaaf gorsa gaarii ta'a jedhee yaadu yaada obboleessi keenya Margaa Angaasuu kenneef

"Aartiin ati keessa hin jirre, foon malee lafee hin qabu; si'a miliyoona 1 balleessitullee, waan gaarii biliyoona qabda; Akka Akaakuu fi Abaabuutti ni falatta ni milkooftas. Waanti guddaan an si gorsu Onnee dhiifamaa qabaadhu. Nama miitee akkuma jette araarfadhu.

Sabni kee baga siin lole, baga siin lole, baga si qeeqe, baga si komatees. Sababiin isaa hundi hin qeeqamu, hundi hin komatamu. Oromoon gaafa mammaaku, barri tokko lafarra bahaa, barri tokko ammoo namarra bahaa jedha." jedhee gorsa addaa kennee jira. Yaada kanas ana dabalatee namoonni hedduun jaalataniiru.

Waanan taajjabe ijoon ijoolleen tokko waan Oromoof quuqaman fakkaatanii waan hin fakkaanne seenessa sobaa tokko yeroo isaan facaasuu irra darbee miidiyaan maqa balleessi sobaa ijoollee oromoo irratti geggeessaa waan dubbii wallaale. Biyya keenya keessatti har'a maallaqa xiqqootu socho'uu danda'a. Isaan garuu namni tokko dubartii waliin ciisuuf jedhee dogoggoree 0 itti dabalee qarshii kuma 200 dabarsuutti qarshii miiliyoona 2 dabarse jechuun soba adiin ilma oromoo maqaa balleessu. Kanaaf ragaan soba ta'uu baankiin biyya keenyaa mataan isaa hanga maallaqa kuma 300 malee dabarsuu hin danda'u. Yaa Oromoo dhugaaf soba adda baasaa! Namni keenya jiraatti wal nyaatee gaafa du'aa himimmaan sobaa waliif boo'a waan ta'eef adaraa of eeggadhaa. Warra bu fakkaatanii maqaa keenyaan siyaasa dhuunfaa geggeessan irraas of eeggadhaa!

Caalaas ta'ee dargaggoonni hundi waa hin balleessan yaada jedhu hin qabu. Garuu namni balleessaa isaa irraa barachuu danda'a. Wal xiqqeessuu fi maqaa wal balleessuu irra garuu maqaa gaarii waliif kenninee wal qusachuun hundaa caala. Ijoolleen keenya ammoo nama hin taaneefi bakka hin taane dhaabachuu irraa osoo of qusannee baay'ee gaarii natti fakkaata.

05/09/2023
03/09/2023

#ተናቀ!
ከዚህ በሃላ ለሴት ብሎ ሆቴል ሄደው እዛ ሞተው ለኦሮሞ ስታገለግል ነው ህይወቱ ያለፈው ማለት ይቀራል። የኦሮሞ ትግል ሆቴል ውስጥ አይደለም!

Jalaa Bulittin IrreechaaShawaa keessaatti akkaanati jira
02/09/2023

Jalaa Bulittin Irreechaa
Shawaa keessaatti akkaanati jira

Big shout-out to my newest top fans! 💎 Falmii Abdii
02/09/2023

Big shout-out to my newest top fans! 💎 Falmii Abdii

31/08/2023

Essaa Deemuu Barbaduu?
Dubai ,Saudi
Qotar
+251927739198 shamarani qofafi

30/08/2023

AFRICA IS THE RICHEST CONTINENT✊🏾✊🏾✊🏾

WE DON'T NEED THE WORLD, THE WORLD NEEDS US.

Shammaranii sunaa rasula(sww) Hordoftu!
30/08/2023

Shammaranii sunaa rasula(sww) Hordoftu!

Siidii Abushii zalaqa mitii Kana Boodee Abush zalaqa ishuu Finfinnee keessaa socho'uu hin danda'uu
29/08/2023

Siidii Abushii zalaqa mitii
Kana Boodee Abush zalaqa ishuu Finfinnee keessaa socho'uu hin danda'uu

29/08/2023

🙏
Godina jimmaa Aanaa saxxamaa magaalaa gaatiraatti
Poolisoonni guyyaa kaleessaa obboleettii keenya irratti yaalii gudeeddaa raawwatan too'annoo seeraa jala oolaniiru.
Alhamdulillaah kunis waan tokko kuunis gaaf tokko.
Mucaan gudeedamuuf yaalamtes himata itti banteetti.
Ol-aantummaan seeraa kabajamuu qaba.
Biyya keessaaf biyya alaan wolitti hidhatiinsa yoo qabaanne hawaasa keenya akka kabachiisuu dandeenyuuf ragaan kanaa olii maaltu jira.
Ganaa hojjanna.

Haadha dhabuu mannaa haadha dhabduu wayyaa”
27/08/2023

Haadha dhabuu mannaa haadha dhabduu wayyaa”

Address

Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caffee Araaraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category