Fatra SkyWay Travel Agent

Fatra SkyWay Travel Agent Save your time and travel save.

Xiyyaarri Afrikaatti jalqabaa 'Airbus A350 – 1000'n balallii eegaluuf jira. Xiyyaarri Afrikaatti kan jalqabaa 'Airbus A3...
07/11/2024

Xiyyaarri Afrikaatti jalqabaa 'Airbus A350 – 1000'n balallii eegaluuf jira.

Xiyyaarri Afrikaatti kan jalqabaa 'Airbus A350 –1000'n balallii jalqabaa gara Naayijeeriyaa magaalaa Leegositti kan taasiisu ta’uu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise.

Xiyyaarri kun guyyaa dheengadda Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahuun gammachuun fudhatamee jira.

Xiyyaarri imaltootaa A350 -1000 ‘’Itiyoophiyaa dachee argama dhala Namaa’’jedhamuun moggaafame kun Afrikaarraa kan calqabaa, qabeenya Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa ta'eedha.

Gaa'elaa gaarii kan namaa kennu rabbii Alhamdulillaah!!Seraj Bakeye Lencho. & Fatra Umerr
10/10/2023

Gaa'elaa gaarii kan namaa kennu rabbii Alhamdulillaah!!
Seraj Bakeye Lencho. & Fatra Umerr

  Afriikaa    Oromiyaan saba guddaa fi saba qaroomina Itoophiyaa keessaa tokko 🇪🇹   Lakkoofsi ummata biyyaalessaa namoot...
18/01/2023

Afriikaa

Oromiyaan saba guddaa fi saba qaroomina Itoophiyaa keessaa tokko 🇪🇹
Lakkoofsi ummata biyyaalessaa namoota miliyoona 35 yoo ta'u, ummata biyyattii keessaa hanga %39 ga'a

Dhibbeentaan guddaan Oromoo Islaamummaa, Kiristaanummaan itti aanee argama

Halluun uffata aadaa diimaa, adii fi gurraacha. Dubartoonni bifa roga sadii garagalfameen fuula duraa mataa isaanii irratti meeshaalee gargaarsaa raawwatu

Gadameessa ummatoonni kuush kibba bahaa irra caalaan isaanii irraa maddan kan akka Somaalee, Afrin, Saahu Eertiraa, fi Nubiyaa Masrii fi Sudaan ta’uu isaanii ragaaleen ni mul’isu. Akkasumas kutaan guddaan ummata Guraghi, akkasumas buufata seena qabeessa isaanii (Zeyla) "Zeyla" fayyadamuun meeshaalee akka beeyladaa fi midhaan akka boqqolloo, barbaree, bunaa fi gogaa bineensotaa galchuu fi erguuf.

የኢትዮጵያ 🇪🇹 አየር መንገድ መዳረሻውን በማስፋት ላለፉት አስር አመታት ትርፉን እያስመዘገበ እንደነበር ዘገባዎች ያመለክታሉ።ይህም የፓን አፍሪካን ባንዲራ ተሸካሚ የአቪዬሽን ኩባንያዎችን ቀዳ...
13/01/2023

የኢትዮጵያ 🇪🇹 አየር መንገድ መዳረሻውን በማስፋት ላለፉት አስር አመታት ትርፉን እያስመዘገበ እንደነበር ዘገባዎች ያመለክታሉ።ይህም የፓን አፍሪካን ባንዲራ ተሸካሚ የአቪዬሽን ኩባንያዎችን ቀዳሚ አድርጎታል።

በአንዳንድ ከፍታ ቦታዎች ላይ "የውሃ-ሐብሐብ በረዶ" ማየት ይችላሉ. በፀደይ እና በበጋ ወራት ብቻ ይታያል, ሮዝ ቀለም እና የውሃ ማሽተት አለው. ይህ ሁሉ ክላሚዶሞናስ ኒቫሊስ ስለሚባለው አ...
04/01/2023

በአንዳንድ ከፍታ ቦታዎች ላይ "የውሃ-ሐብሐብ በረዶ" ማየት ይችላሉ. በፀደይ እና በበጋ ወራት ብቻ ይታያል, ሮዝ ቀለም እና የውሃ ማሽተት አለው. ይህ ሁሉ ክላሚዶሞናስ ኒቫሊስ ስለሚባለው አልጌ ነው፣ እሱም ቀይ ቀለም አስታክስታንቲን የያዘ።

  Refreshing bath in the middle of the Salt-lake Desert.
30/12/2022

Refreshing bath in the middle of the Salt-lake Desert.

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa guyyaa boruu Muddee 19, 2015 irraa eegalee gara Maqaleetti balalii idlee eegala.
27/12/2022

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa guyyaa boruu Muddee 19, 2015 irraa eegalee gara Maqaleetti balalii idlee eegala.

  A Must Visit Village - An ecotourism ideology Choke Mountain is the third highest mountain in Ethiopia,located 300 km ...
25/12/2022

A Must Visit Village - An ecotourism ideology

Choke Mountain is the third highest mountain in Ethiopia,located 300 km northwest of the capital, Addis Ababa.

This ecotourism village has developed sustainable land management and is promoting solar energy, biogas and waste management.

The local farming community in this village lives in harmony by adapting the ideology of Mulu ecovillage which promotes fair trade tourism, sustainable tourism development, sustainable culture and nature conservation. Additionally, the village aims to establish a strong community-based tourism approach by coordinating and hosting regular community events.

The village people have the knowledge and equipment to produce a range of natural goods including honey, beer, medicinal herbs, vegetables, coffee etc. for the locals, tourism providers, and visitors.

Mulu Ecolodge World Tourism Organization (UNWTO) UNESCO

    Baankiin  Ameerikaa Egziim Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf liqii Doolaara miiliyoona 281 eeyyamuun ibsameera.Maallaq...
24/12/2022



Baankiin Ameerikaa Egziim Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf liqii Doolaara miiliyoona 281 eeyyamuun ibsameera.

Maallaqichis xiyyaaraa haaraa Booyingi Maaks 737 bituuf kan ooluu ta’uu eerameera.

Kana malees Ameerikaatti lammiilee kuma 1fi 600’f carraa hojii kan uumu ta’uu ragaan baankicharraa argame ni mul’isa.

Baankichi Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa dabalataan Ingiliziif liqii Doolaara miiliyoona 407 raggaasisuu beeksiseera. Liqichi hariiroo baankichi biyyoota lameen waliin qabu kan cimsu ta’uu ibsameera. (Fbc)

👉Hubachisa!!Jarana karan kessaan milkii akka ta'uu barbaadu?  Fatra SkyWay Travel Agentt  irraa ticket mamiloota  dhabba...
23/12/2022

👉Hubachisa!!

Jarana karan kessaan milkii akka ta'uu barbaadu? Fatra SkyWay Travel Agentt
irraa ticket mamiloota dhabbata keenyaa fayyadaman namoota milkawwoo kessa murasaaAbiy Ahmed Alii yeroo AmeerikaJoe Bidennn waliin taphaa kubba milaa aduunya daawwachuuf deemantti nurraa fayyadaman
AkkasumasJawar Mohammeddd yeroo Kilimanjaro deeme nurraa fayyadameVisit Oromiaa yeroo iddoo adda addaa dawannaaf deeman nurraa fayyadamu.
Akkaasanii bashananaa ofirraa biyyumma takka kessa hin ta'ina biyyaa jijjira.
+251-944301199
+251-979515100
+251-14623141

Aadaa dansaa!!
19/12/2022

Aadaa dansaa!!

Addis Ababa  this beautiful evening.
18/12/2022

Addis Ababa this beautiful evening.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251944301199

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fatra SkyWay Travel Agent posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fatra SkyWay Travel Agent:

Videos

Share

Category