Маui Jiм

Маui Jiм Yaadaa haqaa qabeessaa ta'ee fi qoosaa taphaa akkasumas barumsaaf waan ooluu qofa barreessuu qabna.

12/06/2023

Namni lafa kanarraa jiraatuu ka waa beekuu moo hin berknee irraa baayataa?*kan dafee hingaleef wajjiin kan waa hinberknee irra baayataa .ani amna ebaluu jedhee??

11/06/2023

Akkana jedha balike santuu aadaa ykn Gurbaaf humnaa tanee ana ilmaa hintaanee biyyee nyaatee ifaajee isaa jettee intallii gaafas

baayyee namati tolaa gammojjii jidhaa biyyaa dh...teenyaa
05/06/2023

baayyee namati tolaa gammojjii jidhaa biyyaa dh...teenyaa

28/05/2023

Umriin dheeraatani jiraachuun waan hedduu nama agarsiisaa umriin osoo irraa baratmaa tae mana barumsa salphatti hin argamneedha
BB

22/05/2023

Warraa mana yaslaa jiruufis duayi hindagatiina jiruu nama jibsiisa dhugumatti rabbii kadhadhaa

Guyyaa dukkanaa badaa oromiyaa fi oromoof hayyun raafuu miti kan facaasanii guyyota keessatti nyaafaf gahy hayyuun matii...
20/05/2023

Guyyaa dukkanaa badaa oromiyaa fi oromoof hayyun raafuu miti kan facaasanii guyyota keessatti nyaafaf gahy hayyuun matii qofaraa miti barataa irra ilmaasarra haadha abbarra gosaa fi warraa isaa hawaasaa guutuu biyya irraa dabran .garuu ka guyyaan rabbii homa hinjijjiiramuu osoo tahee b.sa.Abdii nama dhibbatamaan jijjirana hin taane rabbin maatii hiriyootaa dinqsifatoota hunda caalaa baratootaa fi hawaasaa UMW tiif jajjabina isiniif ha kennuu

Boruuf jedhamee booruun dhugamee .
16/05/2023

Boruuf jedhamee booruun dhugamee .

Sheekotaa kanneen wajjin asii geenyee Allahmdulillashi
14/05/2023

Sheekotaa kanneen wajjin asii geenyee
Allahmdulillashi

10/05/2023

Boruuf jennee
Booruu dhugnee jettee adurreen abbaa shaamii

Hoteeli sharastaan addis jedhamuu kanumaa manumaa lafa irraatti ijaaramee homaa waan addaa hinjiruu
29/04/2023

Hoteeli sharastaan addis jedhamuu kanumaa manumaa lafa irraatti ijaaramee homaa waan addaa hinjiruu

Baadiyyaa biyyaa kooBakka dhalootaa koo kan itti qotatanii kan itti horsiisani itti quufaan ..n.summaa abdii kana kunoo....
29/04/2023

Baadiyyaa biyyaa koo
Bakka dhalootaa koo kan itti qotatanii kan itti horsiisani itti quufaan ..n.summaa abdii kana kunoo..

24/04/2023

Wantoonnii fb irratti gazzaalii husien jedhamee gadii dhifama turaanii kiyaa miti namootni akka bee

Ayyaana gamnachuu kan milki waan hundaa itti arganuu rabbii nuuf haa taasiisuu
21/04/2023

Ayyaana gamnachuu kan milki waan hundaa itti arganuu rabbii nuuf haa taasiisuu

Iid- Mubaarak

Hordoftootni Amantaa Islaamaa fi Hawaasni Yuunivarsitii Dambi Dolloo Hundi Baga Ayyaana IiD Al-fixirii Waggaa 1444ffaan Nagaan Geessan, Ayyaanichi Kan Nagaa fi Jaalalaa akkasumas kan Gammachuu Hunda Keenyaaf Haa Ta'u !

Iid- Mubaarak

ለእስልምና እምነት ተከታዮች እና ለደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ ማህበረሰብ በሙሉ እንኳን ለ1444ኛው የኢድ-አልፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ!!

በዓሉ የሰላም እና የፍቅር እንዲሁም የደስታ ይሁንልን !
ኢድ-ሙባረክ !

To all followers of Islam and Dambi Dollo University Community
Happy Eid-ul-Fitr of 1444 !!
May peace and happiness be with all of us!

Eid-Mubarak !

Leta Tesfaye Jule (PhD) Dambi Dollo University President

20/04/2023

Ed mubaraak ayyaan kun=kan jaalalaa
Kan nagayaa
Kan fayya
Kan olaantjmmaa
Kan tokkummaa
Kan waliigaluu fi walin tahu waliif tahuu rabbii mudilimaa hundaaf haa taasiisuu ,
Kan baranaa kan bara egeree nuun haa jedhuu

17/08/2022

Yoo jiraachuun kee nama fayyaduu hinjiree.du,uun kee namni miidhuu mataa kee qofaa ta,a.
B.B

Gaggeessummaan afeerriidhaa
03/03/2022

Gaggeessummaan afeerriidhaa

Jiruu korroojuun kana
27/02/2022

Jiruu korroojuun kana

Tune in to Radio Fiji 2, your number one Hindi radio station on these frequencies.
Suva/Nadi/Lautoka/Labasa - 105.0 FM
Sigatoka/ Ba - 104.8 FM
Tavua - 105.2 FM
Rakiraki - 105.4 FM
Source: Quotes&Thoughts

Ergaa waan gochu qabdu namaaf gootee maaliif galataa kennaa ykn jajuu irraa eeguun barbarchisee ??
22/02/2022

Ergaa waan gochu qabdu namaaf gootee maaliif galataa kennaa ykn jajuu irraa eeguun barbarchisee ??

🤔 💯

21/02/2022

Gowwaa sossobanii
Hayyuu dhugaa itti himaani
Luyinaa sodaachisaan karaa dabarsani.
B.B

26/01/2022

Dargaggoo Oromoo meetira 2.25 dheeratuun wal baraa.

~Nagawoo Jimaa jedhama dheerinni hojjaa isaa meetira 2.25 yoo tahu, akka biyya Itoophiyaatti namni hanga isaa dheeratu hin jiru.
~Sababa dheerinna isaa Konkolaataas yeroo yaabbatu bakka nama lamaa waan taa'uuf maallaqa nama lamaa kanfala.
~Lakkoofsi kophee isaas 54 akka tahee fi wantoota Hawaasa keessatti sababa hojjaa isaatin isa mudatan seenaa isaa guutuu link armaan gadii irraa ilaalaa Share waliif godhaa dargaggoon kun Addunyaa irratti dhageettii akka argatus gargaaraa!
👉https://youtu.be/Z14Dh8cJ5qk

Waan lubbuun si bulcheef galaatomfachuu qabda
16/01/2022

Waan lubbuun si bulcheef galaatomfachuu qabda

Wayitaa harka kee jirtuu qofaa itti ooli
12/01/2022

Wayitaa harka kee jirtuu qofaa itti ooli

❤️

Socha'waa hundi sochii keessaa jirtiin jecha dhugaati miti ree???
08/01/2022

Socha'waa hundi sochii keessaa jirtiin jecha dhugaati miti ree???

Ni ulfataa fi hindanda'amuun addaanii
07/01/2022

Ni ulfataa fi hindanda'amuun addaanii

Address

Delo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Маui Jiм posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Маui Jiм:

Share


Other Delo travel agencies

Show All