Suba Menagesha Forest Park

  • Home
  • Suba Menagesha Forest Park

Suba Menagesha Forest Park Tour guide@
SUBA NATIONAL PARK
(1)

Visit Suba National Park   Tourism Commission   WildlifeEnterprise  Visit Suba National Park ShegerCity Oromia, Ethiopia...
02/06/2024

Visit Suba National Park
Tourism Commission WildlifeEnterprise
Visit Suba National Park ShegerCity Oromia, Ethiopia!

Plan  day trip or multiple days hiking in Dhamocha Peak    Mountain   Mountain   peak  mountain For more information  Co...
01/06/2024

Plan day trip or multiple days hiking in Dhamocha Peak

Mountain
Mountain
peak
mountain

For more information Contact +251935562150
SubaNationalPark

Hiking! Suba Forest and Hadare Waterfall! come and visit now!
29/05/2024

Hiking!
Suba Forest and Hadare Waterfall!

come and visit now!

Can you live here?     ...   BushBuck Guest House!
28/05/2024

Can you live here?
...
BushBuck Guest House!

Suba National park 🍃The forest is accessed via the through  Sebeta town 42km. One of the prettiest stands of forest in s...
23/05/2024

Suba National park 🍃

The forest is accessed via the through Sebeta town 42km. One of the prettiest stands of forest in south Western Oromia , Suba National park is an easy day trip from Addis. Almost a dozen trails (up to 9km in length) meander through the forest, with one even heading above the tree line Mt.Dhamocha 3,385m summit. On the crater’s western slopes, some of the giant juniper and Olive trees are said to be over 500 years old.

What to expect:
 Endemic birds such as the yellow-fronted parrot, Abyssinian catbird, black-winged
lovebird and banded barbet.
 Vast Forest (home to many endemic animals and bird species)
 Black-and-white colobus (monkeys)
 Waterfall
 Bushbucks
 Hiking and Mountain Climbing
 Modern tree nursery
 Rolling landscape
 The old sawmill and rail way

Contact +251935562150
suba hiking

Visit Borana National Park!
10/05/2024

Visit Borana National Park!

Baga Ayyaana Faasikaa kan bara  2016'n isin ga’e! Melkam Fasika!Happy Easter!  Suba National Park, The Oldest Park in Af...
05/05/2024

Baga Ayyaana Faasikaa kan bara 2016'n isin ga’e!
Melkam Fasika!
Happy Easter!
Suba National Park, The Oldest Park in Africa!

Paarkii Biyyooleessaa Subbaa Dawwadhaa!!Visit Suba National Park!
03/05/2024

Paarkii Biyyooleessaa Subbaa Dawwadhaa!!
Visit Suba National Park!

Paarkii Biyyaalessaa Suubbaa

 # Baga guyyaa dafqaan bulaa geessan!  # Paarkii Biyyoolessaa Subbaa Dawwadha  Labour Day!       Suba National park
01/05/2024

# Baga guyyaa dafqaan bulaa geessan!
# Paarkii Biyyoolessaa Subbaa Dawwadha
Labour Day!
Suba National park

FOREST=for rest!Visit Suba National Park   Have a nice Dreams!
27/04/2024

FOREST=for rest!
Visit Suba National Park
Have a nice Dreams!

Beautiful Saturday! Visit Suba National park
27/04/2024

Beautiful Saturday!
Visit Suba National park

 , ShegerCity Oromia Ethiopia!✓Beautiful MOGLE MOUNTAIN and it's surroudings!
26/04/2024

, ShegerCity Oromia Ethiopia!
✓Beautiful MOGLE MOUNTAIN and it's surroudings!

Guyyaa gaarii isiniif haata'u!Have a nice day! መልካም ቀን ይሁንላቹ ።Paarkii biyyoolessaa Subbaa DawwadhaVisit Suba National Pa...
26/04/2024

Guyyaa gaarii isiniif haata'u!
Have a nice day!
መልካም ቀን ይሁንላቹ ።
Paarkii biyyoolessaa Subbaa Dawwadha
Visit Suba National Park
✓Coffee Ceremony _ Cafeteria house with Campfiring...
For more information contact us

23/04/2024

/Trekking
peak, the highest peak surrounding Finfine City!
Suba National Park

Here it's Today's activities From Suba National Park Réception to Dhamocha peak!     Suba National Park  /Trekking   pea...
21/04/2024

Here it's Today's activities From Suba National Park Réception to Dhamocha peak!
Suba National Park /Trekking peak
Forest , Oromia, Ethiopia!
, hike,Run for life in Suba National Park!

Tomorrow,Are you ready to hike Dhamocha peak!  Suba National Park   Suba Forest
20/04/2024

Tomorrow,Are you ready to hike Dhamocha peak!
Suba National Park Suba Forest

  Biyyoolessaa Subbaa ✓Miidhagaa, qulqullina kan qabu,hawwataa fi hundumaaf mijataa kan ta'e Paarkii Subbaa daawwadhaa!✓...
18/04/2024

Biyyoolessaa Subbaa
✓Miidhagaa, qulqullina kan qabu,hawwataa fi hundumaaf mijataa kan ta'e Paarkii Subbaa daawwadhaa!
✓ለሁሉም የሚመች፣ ውብ፣ ጽዱ፣እና ማራኪ የሆነ ሱባ ፓርክ ይጎብኙ!
✓Visit Suba Park which is beautiful, clean and attractive for everyone!
# Koottaa Paarkii biyyoolessaa Subbaa Dawwadha

Discovering a new Camping area in the highest peak surrounding Addis Ababa (Dhamocha peak 3,385m.a.s.l) instagram
16/04/2024

Discovering a new Camping area in the highest peak surrounding Addis Ababa (Dhamocha peak 3,385m.a.s.l)
instagram

 'ibaa  # SubaNationalPark ✓Namni kun Abubeker Kasim' jedhama, Nama yeroo jalqabaatif Fiixee Qarqara Dhamoocha Duunkaani...
16/04/2024

'ibaa # SubaNationalPark
✓Namni kun Abubeker Kasim' jedhama, Nama yeroo jalqabaatif Fiixee Qarqara Dhamoocha Duunkaani dhaan bule dha. Fiixee qarqara dhamoocha buluun akka danda'amu Nama nu barsiise jenne fudhana.
# Dawwattota Paarkii biyyoolessaa Subbaa akkam jirtu Kanaan booda Fiixee Qarqara Dhamoocha Duunkaanan buluun akka danda'amu fi hawwataa Turizimii Magaalaa Shaaggari Finfinneen qabduu dawwachuun ni danda'ama!

Beautiful Monday!We had a great time  top of Dhamocha peak!Visit Suba National Park         Beautiful landscape!Come and...
15/04/2024

Beautiful Monday!
We had a great time top of Dhamocha peak!
Visit Suba National Park

Beautiful landscape!
Come and visit now
For more information contact us...

Today's activities!We had a great time! , The oldest park in Africa, Since 15th century!
14/04/2024

Today's activities!
We had a great time!
, The oldest park in Africa, Since 15th century!

Guyyaa har'aa Dawwattota Lammii biyya alaa kan ta'an tokko fi Lammii biyya keessaa lamaan yeroo bareeda akkasii fi Dawwa...
13/04/2024

Guyyaa har'aa Dawwattota Lammii biyya alaa kan ta'an tokko fi Lammii biyya keessaa lamaan yeroo bareeda akkasii fi Dawwannaa Paarkii biyyoolessaa Subbaa keessatti taasisa turre!
We had a beautiful Saturday With one guests from Texas and two Ethiopian Tourists visit an amazing Suba National Park!
Biyyoolessaa Subbaa Dawwadha

Kuni  Qophii Arga dhaggetti Paarkii biyyoolessaa Subbaattiti.Qophiin arga dhaggetti keenya har'a haala Misoomaa Paarkii ...
12/04/2024

Kuni Qophii Arga dhaggetti Paarkii biyyoolessaa Subbaattiti.
Qophiin arga dhaggetti keenya har'a haala Misoomaa Paarkii biyyoolessaa Subbaa fi daandii Holoota Subbaa fi Sabbataa Subbaa akka hojjatamuu Miidiyaan gara garaa dubbata turuun fi koreen Dhimma kana hordofuu Hundaa'e ture. Keessaattu I/G Distriktichaa/Paarkicha kan turan Obbo Shimalis Taalilaa Hojii Paarkichi akka Misoomuu fi Hojiin Midaa yaalee garagara waliin taasisa turan baay'ee kan namatti tolu ture.
Haa ta'u malee hanga ammaatti Paarkichi Uumama isaa qabate Tuuristootni gannaa bona dhufani dawwachuuf daandiin kilomeetira 16/15 Aspaaltii ta'uu dhabuun isaa Hojjattoota Paarkicha fi Hawaasaa Naannoo Paarkichaf gaaffii guddaa ta'ee argameera. Garuu immoo Paarkin Biyyoolessaa Subbaa Finfinnee irraa fageenyaa kilomeetira 42 qofa fagaatee argama.
Dawwattota keenya qophii keenya guyya har'a Koottaa Paarkii biyyoolessaa Subbaa Dawwadha jecha Qaamni kamuu waliin taanee Misoomaa Paarkii biyyoolessaa Subbaa fi Gaarreen Wacacaa haa Misoomsnuun erga keenya!
Suba National Park, ShegerCity, Oromia Ethiopia!
City

Eid Mubarak!Hordoftoonni amantaa Musliimaa biyya keessaa fi biyya alaa jirtan hundi keessanuu baga ayyaana Iid al fitir ...
10/04/2024

Eid Mubarak!

Hordoftoonni amantaa Musliimaa biyya keessaa fi biyya alaa jirtan hundi keessanuu baga ayyaana Iid al fitir waggaa 1445ffaa tiin isin gahe.
Ayyaana gaarii! ,Oromia,Ethiopia

  Biyyoolessaa Subbaa Dawwadha!  Suba National Park
09/04/2024

Biyyoolessaa Subbaa Dawwadha!
Suba National Park

Visit Subbaa, the oldest forest park near Finfinnee

Misoomni Paarkii biyyoolessaa Subbaa erga ni hojjetamaa jedhamee waggaa sadii ol  lakkoofsisee jira, Daandiin Sabbataa S...
08/04/2024

Misoomni Paarkii biyyoolessaa Subbaa erga ni hojjetamaa jedhamee waggaa sadii ol lakkoofsisee jira, Daandiin Sabbataa Subbaa fi Hoolota Subbaa osoo Aspaaltii ta'ee hawaasafis fayyida akkuma qabu Misoomuun Paarkii biyyoolessaa Subbaa's Dinagdee biyyaa keessatti ga'ee olaanaa qaba. garuu immoo Daandiin fi Misoomni Paarkii ni hojjetamaa jedhama ture,Rakkoon isaa Maalii laata?
Biyyoolessaa Subbaa Dawwadha!
Paarkiin Biyyoolessaa Subbaa Misoomuu barbada!!!!

Ajaa'ibaa! Kan Paarkii biyyoolessaa Subbaa, Keessattuu Kan Tulluu Hadaree fi Wacacaa.   fi   biyya keessaa jiraatan kamu...
08/04/2024

Ajaa'ibaa! Kan Paarkii biyyoolessaa Subbaa, Keessattuu Kan Tulluu Hadaree fi Wacacaa.
fi biyya keessaa jiraatan kamuu Dhufanii Paarkicha daawwachuu qabu.
Paarkiin Biyyoolessaa Subbaa iddoo haraa galfii waan hundaaf bu'uuraa!
Koottaa Paarkii biyyoolessaa Subbaa Dawwadha!

Suba National Park is a place where you can reconnect with yourself and the natural world, leaving you feeling refreshed...
04/04/2024

Suba National Park is a place where you can reconnect with yourself and the natural world, leaving you feeling refreshed and rejuvenated.

  Suba National Park     41km away from Addis Ababa
04/04/2024

Suba National Park
41km away from Addis Ababa

Address


Telephone

+251935562150

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Suba Menagesha Forest Park posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Suba Menagesha Forest Park:

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Travel Agency?

Share