Abdii boruu"

Abdii boruu" let's visit together

19/04/2024

Don't be selfish guys live for others just like this

07/04/2024
30/03/2024
29/03/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Da Roo, Nasraddin Arsii, Muftii Tamaam

25/10/2023
20/10/2023
Lephis
20/10/2023

Lephis

በኦሮሚያ ክልል የሌጲስ ቱሪዝም መንደር በዓለም ቱሪዝም ድርጅት የዓለም ምርጥ የቱሪዝም መንደር ተብሎ ተመረጠ

አዲስ አበባ፤ ጥቅምት 8/2016(ኢዜአ)፦ በኦሮሚያ ክልል የሌጲስ ቱሪዝም መንደር በተባበሩት መንግሥታት የዓለም ቱሪዝም ድርጅት የዓለም ምርጥ የቱሪዝም መንደር ተብሎ መመረጡን የቱሪዝም ሚኒስቴር አስታወቀ፡፡

የቱሪዝም ሚኒስትር ዴኤታ ስለሺ ግርማ፤ ከኢትዮጵያ የቱሪዝም መንደሮች መካከል በማወዳደር ሰባት የሚሆኑትን ለተባበሩት መንግሥታት የዓለም ቱሪዝም ድርጅት መላኩን ገልፀዋል።

የዓለም ቱሪዝም ድርጅት ከቀረቡለት መንደሮች መካከል በኦሮሚያ ክልል የሚገኘው የሌጲስ ቱሪዝም መንደር ተመራጭ መሆኑን ተናግረዋል።

በቀጣይም የቱሪዝም መዳረሻዎችን በማጥናትና በማወዳደር ዓለም አቀፍ እውቅና እንዲያገኙ የማድረግ ሥራም ተጠናክሮ የሚቀጥል መሆኑን አረጋግጠዋል።

በኢትዮጵያ ከዚህ ቀደም የጮቄ ተራራ እና ወንጪ የቱሪዝም መንደር በዓለም ድንቅ መንደርነት የተመዘገበ መሆኑን አስታውሰው፤ የሌጲስ መንደር ሦስተኛ ድንቅ የቱሪዝም መንደር በመሆኑ ለኢትዮጵያ የቱሪዝም ዘርፍ እድገት ጥሩ አጋጣሚ መሆኑን ገልፀዋል።

የሌጲስ መንደር ከቀርከሃ በሚሰሩ የእደ-ጥበብ ውጤቶች በስፋት የሚገኙበት፣ በአስደናቂ ፏፏቴ፣ አዕዋፋትና በርካታ የዱር እንስሳትም ይገኙበታል፡፡

የዓለም ቱሪዝም ድርጅት ከሁለት ዓመት በፊት ነበር በተለያዩ አገራት የሚገኙ የቱሪዝም መንደሮችን አወዳድሮ እውቅና መስጠት የጀመረው፡፡


ወቅታዊ፣ትኩስ እና የተሟሉ መረጃዎችን ለማግኘት፡-
ድረ ገጽ፦ https://www.mot.gov.et
ቴሌግራም፦ https://t.me/tourismethiopia
ትዊተር፦ https://twitter.com/motethiopia በመወዳጀት ይከታተሉን፡፡
ዘወትር፦
#ልወቅሽኢትዮጵያ #ኢትዮጵያምድረቀደምት

Tourism and Hospitality exhibition exhibiters Tourism Training Institute
19/10/2023

Tourism and Hospitality exhibition exhibiters Tourism Training Institute

The best world tourism destination Wanchi lake .
08/10/2023

The best world tourism destination Wanchi lake .

19/09/2023

𝐁𝐚𝐥𝐞 𝐌𝐨𝐮𝐧𝐭𝐚𝐢𝐧𝐬 𝐍𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐚𝐥 𝐏𝐚𝐫𝐤: 𝐎𝐮𝐫 𝐍𝐞𝐰 𝐔𝐍𝐄𝐒𝐂𝐎 𝐖𝐨𝐫𝐥𝐝 𝐇𝐞𝐫𝐢𝐭𝐚𝐠𝐞 𝐒𝐢𝐭𝐞!

The United Nations Education, Science, and Culture Organization (UNESCO) has just inscribed the Bale Mountains National Park into its World Heritage list. We are extremely overjoyed by this news and would like to congratulate all Ethiopians for our second UNESCO natural heritage!

The process of getting our heritage inscribed into this exclusive list is laborious and time-consuming. Governmental and non-governmental partners worked together and worked hard to get us to where we are today. As such, our unbridled gratitude goes out to the Oromia President Office, Ministry of Tourism, Ministry of Culture and Sports, the Ethiopian Wildlife Conservation Authority, the Oromia President's Office, Oromia Culture and Tourism Bureau, Oromia Environmental Protection Authority, Bale Zone Administration, Frankfurt Zoological Society, EWCP and many other offices for their work in preparing and submitting the landmark inscription document.

The sun set beauty at hawasa love lake/fikir hayik
14/01/2023

The sun set beauty at hawasa love lake/fikir hayik

Congradulation Africa and i hope good lucky for Morocco
11/12/2022

Congradulation Africa and i hope good lucky for Morocco

28/11/2022

FURMATA KENNI ATI.

Ani waloo keeti
siifan walaleessaa,
Yaa uumaa ganamaa,
yaa barii addeessaa;
Mee uummata keenya
baasi rakkoo keessaa!

Garanaan yoo suphan,
garasiin dhimmisaa,
Uummata garraamii
hin dhumne dhimmisaa!

Qabsoo eegaleetu
kan biraatti ce'aa;
Wal-jalaa dhayeetu
waan goolabe se'a!

Ciree osoo hin nyaatin,
irbaanni itti ga'a;
Osoo diinan loluu,
walirratti ka'a!

Gamtokkoon gadadoo,
gamtokkoon hiyyummaa;
Gama biraan sadoo,
gamtokkoon doofummaa;

Duudhaaf safuun
Durii harkaa diddiigamee,
Mee uummanni kuni
waan meeqa dhibamee?

Dideetoo jeeqamnaan
Alaafi mannisaa,
Tasgabbaa'uu dhabee
akkuma caaccisaa,
Miidiyaa hundarraa
walitti baaddisaa;
Fala fidi yaa Waaq!
Maalidha fallisaa?

Humna duguuggatee
qabsoo bara dheeraa,
Xiqqaaf guddaan hundi
Lubbuu waregeraa!

Kanarra ni ga'a
Boqonnaa barbaada;
Sabni kun nuffeeraa
mee fidi furmaata!

Dhaga'i yaa Rabbi!
Yaa uumaa ganamaa!
Maaliif dhuma dhabaa
Dararri ilma namaa?

QI

22/11/2022

Maraatuu haqaa!

Gaafan qullaa deemu
Ati uffattee deemta
“Maraatuu” naan jechuu malee
Maafan akkan maraadhe
Na gaafattee beektaa?
Maal taate jetteettaa?
Ani afuuffee miti
Kan qilleensaan guutame
Ani hattuu miti utuu waan namaa hawwuu
Kan sammuu fuudhame
Ani albaadhessa miti
Kajeeltuu waan raqaa
Ani maraatuudha
Maraatuu ilma haqaa!
Jireenyaan wal dhabee
Jiraa hin jirre ta’ee
Dhugaafan maraadhe
Dhugaafan raata’e!
-
Sobatuu hiita’ee akka tulluu guddaatti
Ol jedhee dhaabbate
Biyyimmoo itti yaa’ee galgalaafi ganama
Ho’asaa qaammate
Sobaaf walga’iin taa’amee
Hiriirri ba’ameefi
Cidhi itti godhamee - itti shubbifamee
Harki dhahameefi!
Namni soba kabaje
Namni soba faarse
Qumbii itti firfirse
‘Ixaana’ itti aarse!
-
Dhugaanimmoo haqaaqamee
Karaarraa jaallate
Akka muka qiinqaniin nyaateetti
Soofamee qallate
Ni ukkaamame - ni sakaalame
Dhoksaatti affeelamee
Dhoksaatti akaa’ame
Dukkana walakkaa
Gorduuba kaa’ame!
Aarsaa dhugaaf ba’etu
Jallinaan qorqame
Kan kabajni maluuf
Kabaja dhorkame!

Hammeenyiifi gidiraan
Kokkeettii na qabe
Biyya abbaa koorrattan
Abbaa ta’uu dhabe
Galaana imimmaanitu
Jiraa na awwaale
Madaan koo baayyannaan
Hooqqachuu wallaale..
Waa’een maraatummaafi
Waa’een caba kootii
Gaaffii deebii dhabe
Gaaffii saba kooti!

07/08/2022
This is Asella lake which is found around 2.5km to the south of Asella city on the way to Bale Robe. In this small lake ...
22/05/2022

This is Asella lake which is found around 2.5km to the south of Asella city on the way to Bale Robe. In this small lake many species of birds are found such as Ibis, sacred ibis, cormorants, Egyptian goose, Ethiopia thrush, common Raven and etc. But there is weakness on it's conservation people lost different pilastics in the water and surrounding and also they don't carry about the nature found around there they are running on the plant and so on.

Awash, tiyyaa, hora harsadi and babo gaya
10/09/2021

Awash, tiyyaa, hora harsadi and babo gaya

23/08/2021
what interest nature it is!!!!!! you can cook eggs in five Minuit here
05/06/2021

what interest nature it is!!!!!! you can cook eggs in five Minuit here

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii boruu" posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdii boruu":

Videos

Share

Category